Oromo:
Yeroo haguggii mana barnootaa mannen barnnoota nanno Rosaville barattoota kenya kannen deggarssa nyaata barbbaadan ni deeggara.yeroo hundda ciree fi laaqaana maatiwwan mana baruumssa bakka sadiitif ni dhiyessina. Nyatichii ijolle wagga 18 fi isaa gadii ta’an hunddaf bilisaan kennama, enyummessan kamiyyu hin barbbachisu.
Dhiyessin mana barnoota hunddi nyaata lamaa fi dabalataan gosaa nyaata biro kan waloon kenya kanne en Sheridan histoori kessaafi karaa deggarssa hawaasummatin dhiyaatu.
10:30 a.m. – 12:30 p.m. -- nyaata danddi qarqaraa guyya guyyan bakkewwan kana fudhachu danddessu.
- Elementarii Brimhall, 1744 danddi B kawontti kara lixaa, Roseville, MN 55113
- Elementari Litil Kanadaa, Danddi Eli 400, Litil Kanada, MN 55113
- Elementari senteral parkki, 535 danddi kawontti B2 lixaa, Roseville, MN 55113
Kaarttan kana nanno fi yeroo mana baruumssa fi nyaata hawaasaa barbaddu ilaali: Roseville Food Map. Karttan kun dabalataanis nanno hawaasaa kannen nyaata bilisaa yeroo mana baruumssa dhiyessan hunddas ni agarssiisa.
Ijolle kessaniif nyaata yoo barbbaddanifi bakka kanatti yookin bakka dhabbi baasi ummatatti yoo fiduu hin danddenye, maalo survey kana guutaa yookin cultural liaison haasofssiisa nutis yeroo kanatti akka mirkkanan nyaata arggachu danddessani siniif goona.